Ezekiel 3:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini bale suni d'aqe, achiti guddinna AABBO Waaqaa, akuma anini qara d'aatu galaana Kebariti arge kaani arge. Duuba anini jige addaani lafa d'ae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani ka'ee gara dhooqaa gad bu'e; achitti ulfinna Rabbii ka akka laga Keebaarii biratti argee san argee kallachaan lafatti gad kufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre anille ka'ee gara lafa dhooqaa san dhaqe; kunoo, ulfinni Mootii Waan Maraa ka akka ani laga kebaarii biratti dhaggeeruu sun achi dhaabbateeruun dhagge; anille fuula kiyyaan gad gombifame.