Ezekiel 3:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani lubbuuni Waaqa na seente oli na fuute, AABBO Waaqi waan nani jed'e, Namicha, beeni gali mana seeni, ufiti ch'ufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii garuu gara kiyya dhufee miilaan na dhaabsise; Rabbi akkana naan jedhe, «Ati gara mana keetii galii balbala cufadhuu taa'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Ayyaanni Waaqaa na irratti bu'ee miila kiyyaan na dhaabbachiisee, natti dubbatee, «Deemi, gara mana keetii galii, balbala ifitti cufadhu.