Ezekiel 3:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba achiti haadani si hid'aani biyyati gabahu si d'owani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma namaa! waan haadaan si hidhaniif banii keessa baatee hin dandeettu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee ilma namaa! Ati akka xaxantee odduu kolba'aatitti gad bawuu hin dandeenne, kunoo, wodaro'oon hin hidhanta.