Ezekiel 3:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini araba si hid'e, atini worra na dide kana gorsu dad'abda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka banii dhibaa kana hin gorsine akka arrabni kee hidhamee laageda'aan wolitti maxxanu godha»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kolbaa finqiltuu waan te'aneef, akka ati isaan xixuu hin dandeenne, ani arraba keeti laagada'atti hin maxxansa. Duudaa hin teeta.