Ezekiel 3:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hojja anini ammalle sini dubbad'e araba si hiikhe, waan anini, AABBO Waaqi guddaani, jed'u worrati himta. Nami ch'aqasu ha ch'aqasu, nami inch'aqamne ha tauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo ani deebi'ee sitti dubbadhee arraba kee hiike akkana isaaniin jetta, «Rabbiin maraa olii, ‹banii dhibaa waan ta'aniif yoo ka dhagayanii haa dhagayanii; yoo didan haa dhiisanii.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa sitti dubbadhu ammoo afaan keeti hin bana; atille isaaniin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa akkana jedha› hin jetta. Isaan worra finqilaa waan te'aneef, nami dhage'u, dhage'uu ti; nami dhage'uu didatu lakkisuu ti.