Ezekiel 3:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Israeli tokoleeni si ind'agayu, nale ind'agayu. Worri ch'ufti mata jajaba, waan nami dandauniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu baniin Israa'elii maruu worra morkatuu fi ka garaa jabaatu waan ta'aniif isaan na dhagayuu didaniiranii kanaafuu sillee hin dhagayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii ammoo na caqasiisa waan hin fedhiniif, si caqasiisa hin feene. Sababille kolbaan Israa'elii marti mataa jaba'aa fi gadhaa jabaa qaban.