Ezekiel 3:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini adda tante aka d'akha jabeese aka sibiila si tolcha; worra na dide nyaapa nati tae kana insodatini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan yoma worra dhibaallee ta'an ani waan dhagaa qarsa'aa caalaa si jabeesseeruuf fuula isaanii laaltee hin nayin; hin sodaatin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani adda keeti akka dhakaa jaba'aa, dhakaa-birraalle caalaa jabeessa; isaan worra finqilaa waan te'aneef, isaan hin sodaatin; hin rifatinille'e» jedhe.