Ezekiel 30:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Anini harka hayyu Babiloni, ka Nebukadreza jed'aniini waan worri qabu ch'ufa balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ani akka inni banii biyya Misirii balleessuuf mootii Baabiloonii Naabukadanatsooriin erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ani harka Nebukadnezaarii mootii Baabiloniititti kolbaa Gibxi'ii bindillaa hin fixa.