Ezekiel 30:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaafi askartini isaa, ta naasu inqamneleeni, d'ufte lafa tana balleesani. Worri lafa Misiri goraadeeni had'e, lafa ch'ufa reefa namaatiini guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni loltoota ufii garjabeeyyii qabatee biyyattii balleessu'uuf dhufa; isaan biyya Misirii guraade'een dhayan; biyyattii keessa reeffatu guuta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innii fi loltooti isaa gadhi-jabeeyyiin lafa balleessiisaaf hin dhufan; shallaagaa ifii worra Gibxi'iititti buqqifatanee lafa san worra qalameen hin guutan.