Ezekiel 30:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini waan harkaani boch'ani waaqa tolfatanifi waaqa d'ara ka Memfesile imballeesa. Ammalle nama Misiri mohatu deebiani inargani, anini lafa suni ch'ufa keesa nama sodaachise mudamsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Waaqolee tolfamaa meemfiisiin keessa jiranii fi waaqolee sobaa maraa hin diiga; namni biyya Misirii keessatti bulchaa ta'u hin jiru; ani akka baniin sodaatan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ani waaqota dharaa hin balleessa; fakkii waaqotaalle qachaa Memfiisii keessaa ijjumaa hin balleessa; biyya Gibxi'ii keessa haganaa achi qondaalli hin jiraatu; lafa Gibxi'iititti sodaa hin buusa.