Ezekiel 30:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa Misiri ch'ufa ibida iti kaye worra sunile aka male lalefachisa. Naabo Soani ch'absani dira suni ch'ufa bisaani iti baafatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani biyya Misiriititti ibidda bobeessa; Peelusiyaan guddiftee hucuucamti; dalloofni dhaga'aa ka Teebisii hin diiggaman; qachaa Meemfiisii rakkoo wol irraa hin cinnetu isii irra gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya Gibxi'iititti ibidda hin naqa; qachaan Siinii akka dubartii deettuu hin ciniinsifata; dalleenni dhaka'aa ka No'ii hin caba; qachaan Memfiisiille yennaa mara diinaan hin rakkata.