Ezekiel 30:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini lafa Misiri kara kanani balleesu, worri aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani akkaataa kanaan biyya Misirii adabu akka ani Rabbiin ta'e beekan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan ani biyya Gibxi'ii hin adaba; isaanille akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha» jedhe.