Ezekiel 30:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, fagi waan jettu, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u, tana: Iyyi, lalabi waan jettu, guyyaani badi ya d'ufe!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! waan ani Rabbi sitti mudhisu maraa beessisa'aa raaga kana dubbadhu; ‹Guyyaa saniif aanne'e!› jedha'aa booyiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Raaga raagiitii, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Wiiccifadhuu bowiitii: Guyyaa saniif aanne'e jedhi.