Ezekiel 30:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, anini yayu harka hayyu Misiri ch'ach'abse, nami tokoleeni ka ch'aba suni isaa mare hid'e akasiini inni fayye harka sunini deebie goraade qabatu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! Ani irree biyya Misirii cabseera; ogeessi worqaanaan hidhee isa fayyisu hin jiru; kanaafuu inni ammaa achi jajjabaatee guraadee ol fudhachuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ani irree Fara'oonii mootii Gibxi'ii casseera; kunoo, hiituu itti mariisaan fayyitee, jabaattee shallaagaa qabatuu akka dandeettu, irreen sun hidhantee hin jirtu.