Ezekiel 30:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini worra Misiri lafa ch'ufa keesati firfirse, harka hayyu Babiloni jabeese, goraade tiyya harka isaa keesa kaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra biyya Misirii bani'ii fi biyyoota gara garaa keessa isaan bittinneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra Gibxi'ii gosa biyya adda addaa odduu hin bittinneessa. Biyya hedduu keessa hin faffacaasa.