Ezekiel 30:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini harka hayyu Misiri ch'abse, duuba inni aka hama madae, laalefate ooe, nyaapa isaa durati dua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan ani hunna mootii Baabiloonii jajjabeessee akka inni guraadee kiyya harkatti qabatu godha; hunna mootii biyya Misirii garuu hin caccabsa; inni akka nama madaayee du'uu gayeetitti diina ufii afo'otti woyata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irree mootii Baabilonii hin jabeessa; shallaagaa kiyya harka isaa keessa hin keya; irree mootii Gibxi'ii ammoo hin caccassa; inni akka nama akka malee madowee isa duratti hin aada.