Ezekiel 30:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, anini isa laafise hayyu Babiloni jabeesa. Hojja anini goraade tiyya harka isaa kenne, inni Misiriti fuula deebisu, nami ch'ufti yo suni aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani mootii biyya Misirii dadhabsiisee mootii Baabiloonii jajjabeessa; hennaa ani guraadee kiyya mootii Baabilooniititti kennee inni mootii biyya Misiriititti bikkatu namni maruu akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani irree mootii Baabilonii hin jabeessa; irreen motii Gibxi'ii ammoo irraa hin buuti; yennaa ani shallaagaa kiyya harka mootii Baabilonii keessa keyee, yennaa inni worra Gibxi'iititti mirmirsu, yoos isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan.