Ezekiel 30:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini worra Misiri lafa ch'ufa keesati firfirsa, duuba akanaani worri aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani worra Misirii bani'ii fi biyyoota gara garaa keessa isaan bittinneessa; achiin maayessa akka ani Rabbiin ta'e beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra Gibxi'ii gosa biyya adda addaa odduu hin bittinneessa. Yoos isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha» jedhe.