Ezekiel 30:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani AABBO Waaqa ya d'iaate, guyyaani sunini guyya dumansa ka gosa ch'ufa balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan duumessaa dhiyaateera; guyyaan kun guyyaa murtii Rabbiiti! guyyaan kun banii maraaf guyyaa rakkinnaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Guyyaan sun dhikaateera; guyyaan Mootii Waan Maraa dhikaateera. Guyyaan sun guyyaa duumensaa ti; gosa biyya adda addaatiif yennaa mura'aa ti.