Ezekiel 30:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi woraani lafa Misiriti kae, badiini lafa Kushi qabati. Nama lafa Misiri heddu fit'ani, lafa worrale saamani balleesani ona tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Misiriititti lolatu ka'a; biyya Itoophiya'aatittillee waan guddisee nama naasisutu ta'a; namoonni hedduu biyya Misiriititti dhuman; biyyattiin saamamtee bu'uurri isi'ii hin diiggama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Gibxi'iititti shallaagaan hin dhufa; biyya Itoophiya'aalle'etti muddam hin dhufa. Worri qalame biyya Gibxi'ii keessatti yennaa jiganu, karri isi'ii hin fudhatanti; hundeen isi'iille hin diiganti.