Ezekiel 30:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Haga Migdoli ta mirgaati iti keeyatani, Aswani ta bitaati d'aabani, ch'ibraa lafa Misiri ch'ufa woraanaani hobaasani. Askarti Misiri ta ufi d'aadule imballeesani. Nami waan kana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi biyya Migidooniitii jalqabee haga biyya Siwaanii worri biyya Misirii gargaaran woraanaan dhuman; uf jajuun jabeenna biyya Misirii hin salphata; Ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa, ‹Worri Gibxi qarqaaru marti hin dhumatan; hunni isiin ittiin koortulle hin salphatti; Miigdolii haga Aswaaniititti isii keessatti shallaaga'aan hin dhumatan.