Ezekiel 30:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini lafa Misiri ibadaani balleese ch'ibra isii ch'ufa hobaasani, worri gaafasi aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani ibidda biyya Misirii gubu qabsiisu akkasuma hunni worra isii gargaaruullee hennaa butute akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani biyya Gibxi'iititti ibidda qassiisu, worri isii qarqaaru marti yennaa caccabu, isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan.