Ezekiel 30:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja guyyaani sunini d'ufe Misiri balleesani, anini ergattu tiyya hobolooni erge, worra lafa Kushi ka dagu jiru naasise hiriba keesaa kaasa. Guyyaani sunini fago injiru ya walgenne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san wonti isaan nu irra gaya jedhanii hin mamne worra Itoophiya'aa sodaachisu'uuf ergamtoonni ajaja kiyyaan bayan; isaan sababaa badii biyya Misirii irra gawuun dhugamaan guddisanii sodaatan» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Guyyaa san ergantooti na biraa hobolo'oon, kolbaa Itoophiya'aa ta bidhaa hin qanne akka bararaqanu godhiisaaf hin bayan; guyyaa Gibxi'itti muratu san muddam isaanitti hin dhufa. Kunoo, muddam sun hin dhufa› jedha.