Ezekiel 31:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma tana anini, AABBO Waaqi guddaani, waan mukhi d'eerate duumansa gahu sunini tahu siti hima. Inni akuma bahe old'eeratuni ufi saada;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Munni kun guddatee haga duumessa bira gaye muka boonee uf jaje kana ani Rabbiin maraa olii akkana godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa: Inni ol dheeratee, qacceen isaalle duumensa dhaqqaddee, dheerinna ifiitiin waan kooreef,