Ezekiel 31:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi anini isa dide, harka hayyu lafa d'ibiti kenna. Inni ch'ubbu mukha suni gula waan isaa male tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani baasee isa gata; bulchoota bani'iititti dabarsee isa kenna; inni haguma hammeenna isaatiin badii isa irratti raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani harka bulchitoota gosa biyya adda addaatitti dabarsee isa hin kenna. Inni akka hammeenna ifiititti gatii hujii ifii hin dhaggata; ani baasee isa hin gata.