Ezekiel 31:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti d'ibiini, ta naasu inqamne, d'ufte isa murte, qaarifte yaalabaati. Dameeleeni isaa ch'ufti gaara gubbafi bale ch'ufa keesati jidde, gochiti qara isaa jala boqatu taani ch'ufti kaate biraa yaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii keessaa worri garaa jabaatan muka san muranii gatan; luxuun isaa gaarranii fi dhooqa keessatti kufan; dameewwan isaa caccabanii bisaan yaa'u irra ciisan; baniin gaaddisa isaa jalatti wol gayan maruu isa dhiisanii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi ormaa ta biyya adda addaa gadhi-jabeeyyiin isa muranee, jissanee lakkisane; dameeleen isaa gaaraa fi dhooqa mara keessatti caccaddee hin harcaati; dameeleen isaa bowwaa lafa sanii keessatti hin caccaddi; gosi biyya adda addaa ta gaaddisa isaa jala jirtu marti isa lakkisanee hin deeman.