Ezekiel 31:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, waan atini hayyu Misiritiifi gumi isaa ch'ufaani jettu: Atini guddo jabeenna qabda, siifi eenu dandaani woli fakeesani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! mootii biyya Misiriitii fi banii heddu saniin akkana jedhii itti himi; ‹ati guddinnaan eennuun wol fakkaatta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Fara'oonii mootii Gibxi'iitii fi kolbaa isaa bindilla'aan, ‹Guddinnaan ati eennu fakkaatta?