Ezekiel 31:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaanti jira ka isa baase, madda jala yaa ta isa jireesitu. Madditi sunini fulla mukhi eju yaate, mukha badda suni ch'ufa bisaani quubsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achi bisaan gayaa muka san guddisutu jira; bisaan lafa jala jiru muka guddisa; bisaan yaa'u mukkiin raasaa jiru jala yaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan isa ol dheeresse; maddi qile'ee isa guddisee, adaala inni latetti lagi akka yaa'u godhee, bisaan gara mukoota gongomaa keessaa akka yaa'anu godhe.