Ezekiel 31:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni, maro bisaani aka dansaa argatuufi, mukha ch'ufa ira d'eerate dameeleeni isaaleeni fufurdate d'ed'eerate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Munni kun guddisee waan bisaan argateef hojja'aan mukkiin kaawwan maraa caale; dameewwan isaallee fufurda'aa fi dhedheeraa ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan guddaa waan dhaggateef, mukoota baddaa keessa jiranu mara caalaa dheerate; dameeleen isaa lattee dheeratte.