Ezekiel 31:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dame isaa galmeese, akasiini mukhi ch'ufti ka oobru Waaqa ta Edeni keesa jiru, isa halcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dameewwan babadha'aan isa bareechise; inni muka ani Rabbi jeennata Eedenii keessatti dhaabe caalee maraa hinaafsise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dameelee banqaaxxuu isaatiin akka inni miidhagu godheera; mukooti oorruu Waaqaa keessa jiranu marti isa hinaafane.