Ezekiel 32:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle anini askarti gosa naasu inqamne, ta goraadeeni nama hobaaftu, siti erge, worri d'ufe nama kanke ch'ufa hobaasa — nama kanke ch'ufafi waan kanke ka atini koorte mataani d'aabdu ch'ufa hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guraadee jajjabaa banii gar jabeeyyii adunyaa keessaatiin baniin kee heddu dhuma; isaan uf jajuu biyya Misirii hin salphisan; baniin isi'ii heddu hin badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa teeti bindillaa shallaagaa worra hunnaameyyi'ii, gosa biyya adda addaa gadhi-jabeeyyi'iitiin akka ijjeefamanu hin godha. Isaan koora Gibxi'ii hin balleessan; kolbaan isi'ii bindillaan sun marti hin baddi.