Ezekiel 32:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini bisaani kanke ka boorae qulleese, galaana kankele laana yaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka bisaan kee qulqullaayuu fi galaanni kee akka sayiti'ii akka nagayaan yaa'an godha; Ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani bisaan worra Gibxi'ii qararee akka qullowu hin godha; lagi isaanii akka zayiti'ii laana akka lola'u hin godha.