Ezekiel 32:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini lafa Misiri ona tolche nama keesa tau ch'ufa balleesu, worri aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani biyya Misirii onaa fi lafa gammoojji'ii taasisee waan isiin irra jiraattu maraa balleessu atii fi baniin kee akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani biyya Gibxi'ii onsee, waan isii keessa guute mara balleesse, worra achi keessa le'u mara yennaa dhowe, isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan.