Ezekiel 32:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gorsi jabaani kunini faaru boha namaa taha. Nad'eeni gosa ch'ufa booteefi faarsiti. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun faaruu booyaati; dubartoonni biyyatti'ii faarsa'aa booyan; biyya Misiriitii fi banii isi'ii maraafuu booyan jedha Rabbiin maraa olii.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Faaruun gaddaa ta isaan faarsanu tana; dubartooti gosa biyya adda addaa faaruu gaddaa isi'iif hin faarfatan; isaan Gibxi'ii fi kolbaa isi'ii bindilla'aaf faaruu gaddaa hin faarfatan› jedha» jedhe.