Ezekiel 32:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jettuuni: Isani waan nama ch'ufa ira mid'aadani ufi seetani? Isani boola ekherati galtani, nama Waaqa imbeenneni woliini teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati isaaniin akkana jedhi, «Bareenni keessan waan bareeda eennuu caalu seetan? isin gad bu'a'aatii worra Rabbitti hin amanne woliin ciisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaaniin, ‹Isin dansumma'aan worra kaan caalaa hin jaalatantanii ree? Gad bu'a'aatii worra Waaqa malee le'u odduu irkadha'a› jedhiin.