Ezekiel 32:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Misiri nama woraanaani hobae woliini raawata. Goraadeeni kurfo jirti, aka worra lafaa hobaaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii biyya Misiriititti waan guraadeen qophaayeef baniin biyya Misirii heddu worra guraade'een ajjeefaman jiddu'utti kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan worra shallaaga'aan ijjeefamane wodhakka'atti hin jigan; Gibxiin shallaaga'aaf dabarfantee kennanteerti; isi'ii fi kolbaa isi'ii bindillaalle harkisa'aa gata'a.