Ezekiel 32:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
awaali worraleeni qile boola ekhera ke jira. Askartini worraa ch'ufti woraana keesati d'umte irreesi worraleeni awaala isanii marse woli gahe. Ammo qara duri askartini tunini, gaafa jirtu, guddo nama mudamsiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Awwaalli isaanii qilee gad fagoo keessa jira; worri worra lubbu'uun jiran raasa'aa turanii fi awwaalli loltoota woraanaan dhumanii naannoo isaanii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
boolla qilee keessa jiran; loltooti isi'iille adaala awwaala isi'ii ciisan; lafa worra lubbu'uun jiruu keessatti worri akka nami bararaqu godhe marti shallaaga'aan ijjeefamane.