Ezekiel 32:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Meshikifi Tubalileeni, ka irreesi askarti worraa marse woli gahe, achuma jirani. Worri kunini ch'ufti ato qabanqaba inqabatini raawate; ammo duri gaafa jirani guddo nama mudamsiisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Awwaalli loltoota banii Meesheekiitii fi Tuubaalii achi jira; isaan woraanaan dhuman; isaan maruu worra Rabbitti hin amanne; garuu isaan worra lubbu'uun jiran raasa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Meshekii fi Tubaalille awwaala kolbaa isaanii bindilla'aatiin marfamanee achi jiran; lafa worra lubbu'uun jiruu keessatti akka nami bararaqu waan godhaneef, marti isaaniituu akka worra Waaqa malee le'uu, shallaaga'aan ijjeefamane.