Ezekiel 32:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini awaala dansa ka aka jannooti duri argate kaani, inarganne. Worra suni miha worraa ka duula kaani woliini awaalani, goraade mata jala naqani wonte worrale iti gogombisani. Jari jannooti kunini gaafa jiru guddo nama mudamsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra lubbu'uun jiran waan raasa'aa turaniif akka loltoota isaanii nafa isaaniititti maxxansa'aa awwaalaniititti isaan hin awwaalle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra hunnaameyyii bara heddu'uun dura du'ee, meya ifii ka woraanaa mara woliin addee worri du'e jirutti gad bu'e woliin hin irkanne. Worri hunnaameyyiin kun yennaa lubbu'uun jiranu worra kolbaa bararasse, ka shallaagaa ifii boraafatanee, wontee ifii qoma irratti qabatanee awwaalame.