Ezekiel 32:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja gochiti hedduuni wolti baatu, anini t'ururaani si qabe, worri bisaani keesaa si hirkisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa ormi hedduu wol gaye woshaadoo kiyya jalatti badhisa; akka ormi woshaadoo kiyyaan si harkisee qaccee si baasu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa: Ani gosa biyya adda addaa heddu'uun caccoo tiyya si irratti hin diriirsa; isaan caccoo tiyyaan ol si hin harkisan.