Ezekiel 32:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Misiritiifi askartini isaa worra kana ch'ufa ka woraanaani hobae arginaani garaa jabaatte. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Misiriitii fi loltoonni isaa worri woraanaan dhuman hennaa isaan argan mootiin biyya Misirii waan banii hedduu du'anii lafa jala jiraniitii hin jajjabaata; jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Gibxi'ii yennaa isaan dhagge, gadda loltoota ifii bindillaa shallaaga'aan dhumatanee mara irraa hin jajjabaata.