Ezekiel 32:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ifsa gubba jiru ch'ufa d'aanfe lafa ch'ufa dukana sipe tolcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifa sami'ii ka si gubba'atti ifu hin dhaamsa; lafti teellee akka dukkanooftu godha; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifa ol-gubba'aa mara si irratti hin dukkaneessa; lafa teeti irratti dukkana hin fidda› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.