Ezekiel 32:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini lafa isani taka waan isii ind'agayini keesati odu badi teesani odeesu, gochiti hedduuni imaadefati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani banii ati hin beenne keessatti oduu badii keetii dhageessisu ani garaa banii hedduu hin naasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Biyya ati hin beenne keessatti, gosa biyya adda addaa oddu'utti ani badii yennaa sitti fidu, gadhaa kolbaa heddu'uu hin raasa.