Ezekiel 33:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, amma tana waan atini worra Israelitini jettu, Hojja nami d'uga ch'ubbu tolche, d'ugaani duri inni tolche taani isa imbaaftu. Ch'ubbichale yo inni ch'ubbu iraa deebie, diqole imballeesani; ammalle yo nami d'ugaa qajeelani ch'ubbu tolche inni lubbu imbahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ammallee ilma namaa! namni balchaan yoo cubbuu hojjachuu jalqabe hujiin mishaan inni duraan hojjate isa hin fayyisu; namni hamaan hujii hamaa hojjachuu yoo dhiise hujiin hamaan inni duraan hojjate sun gufuu isatti hin ta'u; namni balchaan cubbuu hojjachuu yoo jalqabe balchummaan isaa ka duraanii du'a isa oolchuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ammalle ilma namaa! Ati kolbaa keetiin, ‹Nami balchaan deebi'ee cubbuu yoo huje, balchummaan isaa ta durii sun isa hin fayyittu; nami hamaan hammeenna ifii ka durii san irraa yoo deebi'e, hammeenna ifii ka durii saniin hin badu; nami balchaan cubbuu yoo huje, balchummaa ifii ta duriitiin jiraachuu hin dande'u› jedhi.