Ezekiel 33:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini nama ch'ubbichani, Atini indoota jed'e, ammo inni ch'ubbu suni iraa deebie waan d'ugaa ka qajeela tolche —
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani nama hamaa tokko akka inni du'u itti himee inni ammo cubbuu hojjachuu dhiisee waan seeraatii fi waan dhuga'aa yoo hojjate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, ani nama hama'aan, ‹Dhugumaan ati hin duuta› jedheenii, inni ammoo cubbuu ifii irraa deebi'ee, haqaa fi waan sirrii te'e yoo huje,