Ezekiel 33:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri keesani kama waan kana argu, karaani AABBO Waaqa qajeelaniti jed'a! Ammo akasiiniti, karaani qajeela intahini kamu worrati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kee ammo wonti ani godhu sirri'ii mitii jedhan malee hujii isaaniititu sirri'ii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan teeti, ‹Karaan Mootii Waan Maraa sirri'ii moti› jetti; ka sirrii hin te'in garuu karaa isaanii ti.