Ezekiel 33:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hojja ch'ubbichi ch'ubbu ufi lakise waan d'ugaa ka qajeela tolchu, inni lubbu ufi baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaanillee cubbuu hojjachuu dhiisee waan dhuga'aatii fi waan qajeelaa yoo hojjate isumaan jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan cubbuu huje irraa deebi'ee haqaa fi waan sirrii te'e yoo huje, inni tana waan godheef lubbu'uun hin jiraata.