Ezekiel 33:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani worri Israeli, karaani AABBO Waaqa qajeelaniti jettani. Tanaafi anini isani namu woma inni taheeni qora.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii ammo waan ani Rabbi godhu maraa sirri'ii miti jettan; ta'ullee ani isin marattuu akkuma hujii keessaniitiin isinitti murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo, ‹Karaan Mootii Waan Maraa sirri'ii moti› jettan. Ee kolbaa Israa'elii, ani tokko tokkoo keessanitti akka ideensa keessaniititti hin mura» jedhe.