Ezekiel 33:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya shaneeso, ka jia kud'anneeso, ka ganna kud'ani lameeso, ka nu haga nu boojiani teenne, nami toko ka dira Yerusalemu keesaa baqate nati d'ufe waan nani jed'e, Dira kenna ya nyaapi balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baqannee woggaa kudha lammeesso'oo ji'a kudhaneesso'oo guyyaa shaneesso'ootitti namni tokko Yerusaalemiin keessaa dheessee bayee akka qachattiin diina harkatti kufte natti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Booji'annee woggaa kudhanii lammeesso'oo, ji'a kudhaneesso'oo guyyaa shaneesso'ootitti, Yerusaalem keessaa nami baqatee baye tokko gara kiyya dhufee, «Qachaan qabameera!» jedhe.