Ezekiel 33:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galgala inni d'ufe suni aka kaleeti, harki AABBO Waaqa na tuqe jennaani afaani na duudani. Boriyyaate namichi kaani d'ufnaani AABBO Waaqi afaani na bane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namnichi dheessee jalaa baye sun uduu na bira hin geenne guyyaa tokkoon dura galgala hunni Rabbii gara kiyya dhufe, bariisaa san uduu namichi na bira hin geenneen duratti Rabbi arraba kiyya naa hiike; kanaafuu hennaa san irraa jalqabee ani dubbachuu dadhabne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami baqatee dhufe sun na bira adoo hin geyin, galgala irreen Mootii Waan Maraa gara kiyya dhuttee, nami sun na bira adoo hin geyin, ganama Mootiin Waan Maraa afaan kiyya bane; maarre afaan kiyya banamee anille yennaa sanii jalqabee hin cadhinne.